Updated Jul 4, 2025 · v3.4.0
Seerlugaan mosaajii seerlugaa afaan oromoo haala salphaan barsiisu.
Seerlugaan mosaajii seerlugaa afaan oromoo haala salphaan barsiisu yoo ta'u mata dureewwan heddu uf keessaa qaba. applikeeshiniin kun fayyadamtoonni rakkoo tokko malee seerlugaa afaan oromoo akka dubisanii baratan taasisa. dabataan mosaajjiin kun yaaliifi qormaata of keessaa qaba.
5 years on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.