OromNet Software and Application Development
Updated Mar 19, 2026 · v3.86
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo Writing practice with Oromo words
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul’ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti. Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga’ee guddaa taphata jenee abdii qabna. Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna! Appi kana Ilaalaa, install godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet! Please rate our app in the Google Play store. Thank you for downloading, OROMNET Software and Application Development, Nekemte, Ethiopia
8 years on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.