Arkaana iimaanaa (Utubaalee)

Arkaana iimaanaa (Utubaalee)

K Technologies

Available on Google Play
5.0(176)
100,000+ installsFreeEducation

Updated Jan 18, 2025 · v8.0

CompareView on Google Play
Screenshot 1
Screenshot 2
Screenshot 3
Screenshot 4
Screenshot 5
Screenshot 6
Screenshot 7
Screenshot 8
Screenshot 9
Screenshot 10
Screenshot 11
Screenshot 12
Screenshot 13
Screenshot 14
Screenshot 15
Screenshot 16
Screenshot 17

Arkaana ykn Utubaalee iimaanaa jahan

Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna. Garuu ma’anaa (hiika) isaa ni beeknaa? Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu danda’aa? Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi mi’aawa jiraata. Sababni isaas, namni mi’aa iimaanaa argate, jireenya tasgabboofte jiraataa. Mi’aa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree? Maarree kanuma sababeeffachuun moosaajii bilbila harkaa Utubaalee ykn Arkaana iimaanaa jahan (6) bal'inaan ibsu isiniif dhiheessinee jirra. Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisuu isin haa taasisuu.

Released
September 10, 2022

3 years on Google Play

Version
8.0
Updated
Jan 18, 2025
Content Rating
Everyone
Installs
100,000+
Developer
K Technologies
Website
https://keenyaa.com/
Email
info@keenyaa.com
In-app purchases
No

This app isn't currently appearing in any tracked top charts.

Rating breakdown

5
176
4
0
3
0
2
0
1
0