Updated Aug 17, 2024 · v9.0
Barumsa seenaa nabiyyii bifa gaaffif deebiin qophaaye
Seenaa Nabiyyii 440 bifa gaaffif deebiin qophaaye. Seenaa Rasuulaa beekuun bu’aa hedduu qaba. Rabbiin keenna seenaa warra asiin dura dabree hedduu isaani Qur’aana keesssatti nuuf himee jira. Seenaa warra dabree kana keessatti gorsatu jira bjedhe Rabbiin [s.w] nama waab xiinxalluuf. Rabbiin suuraa Yuusuf aayata [111] keessatti "Seenaa warra darbee isiniif odeesinee jirraa, Akka qalbiin teessan iimaana irraattii gadi dhaabbatuf”. Kun bu’aa seenaan qabuudha. Kanaafuu muslima irraatti seenaa Rasuulaa [s.a.w] beekun dirqama
3 years on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.