Updated Jan 23, 2025 ยท v11.0
Hadiisa 30 Dubartootaaf - Hiikkaa Afaan Oromoo
Kitaabni hadiisa 30 waayee dubartootaa jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban waayee barnoota dubartootaa keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Ummatni keenyaa hundi keessaattuu dargaggootaafii barattootaan kitaaba kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan keessa jirru kun jaarraa beekkumsaa, saayinsiifii teeknooloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jajjabaattan isiniin jenna. Barnootaafii ogummaa qabdaniinis diin keessan akka tajaajiltan isin yaadachiisna.
5 years on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.