Hiibboo fi Deebii

Hiibboo fi Deebii

K Technologies

Available on Google Play
5.0(112)
50,000+ installsFreeEntertainment

Updated Jan 27, 2025 · v8.0

CompareView on Google Play
Screenshot 1
Screenshot 2
Screenshot 3
Screenshot 4
Screenshot 5
Screenshot 6
Screenshot 7
Screenshot 8
Screenshot 9
Screenshot 10
Screenshot 11
Screenshot 12

Hiibboo Deebii sirrii waliin (riddles with answers)

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko. Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Released
March 14, 2021

5 years on Google Play

Version
8.0
Updated
Jan 27, 2025
Content Rating
Everyone
Installs
50,000+
Developer
K Technologies
Website
https://keenyaa.com/
Email
info@keenyaa.com
In-app purchases
No

This app isn't currently appearing in any tracked top charts.

Rating breakdown

5
112
4
0
3
0
2
0
1
0