Updated Jan 31, 2026 · v5.0
Hisnul Muslim Afaan Oromoo Kitaaba Azkaaraa
Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan of keessatti qabateedha. Hisnul Muslim Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa. ● Zikrii Ganamaafi Galagalaa ● Yeroo Huccuu uffatan ● Yeroo Wuduu'a godhatan ● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan. ● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan ● Yeroo Hirriiba ● Yeroo Aazaanaa ● Yeroo Salaataa ● Yeroo Qur'aanaa ● Wayita Rakkoo ● Du'aa'ii Ijoolleedhaf ● Dhukkubsataa ● Du'a/Janaazaa ● Qilleensa/Rooba ● Soomaafi Baatii ● Nyaataaf Dhugaatii ● Fuudhaaf Heeruma ● Hajjii fi Umraa ● Axxiffoo ● Imala fi kkk.. of keessaa qaba.
5 years on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.