Updated Mar 6, 2025 · v2.0
Nashiidaa Haaraa — Islamic nasheeds, offline & clear audio.
Nashiidaa Haaraa bifa qulqullina ol’aanaa fi sagalee ifa ta’een isiniif dhihaatee jira. Nashiidaalee haaraa fi kaka’umsaa yeroo barbaadetti, bakka barbaadetti dhaggeeffadhu. Appiin kun qunnamtii intarneetii hin barbaachisu – saffisa ol’aanaan dalaga. Itti fayyadamuuf salphaa waan ta’eef, yeroo barbaadetti fi bakka barbaadetti nashiidaa adda addaa dhaggeeffachuu ni dandeessa. 🎧 Amma buufadhuu nashiidaa kaka’umsaafi barumsaa haaraya waliin yeroo dabarsi.
1 year on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.