Herrega Zakaa

Herrega Zakaa

BIFLE TRANSPORTATION

Available on Google Play
4.8(49)
5,000+ installsFreeEducation

Updated Mar 8, 2022 · v1.0.0

CompareView on Google Play
Screenshot 1
Screenshot 2
Screenshot 3
Screenshot 4
Screenshot 5
Screenshot 6

Zakaa 2.5%

Karaa salpaan zakaa keessan herreguu yoo barbaaddan, appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kana fayyadamuu dandeysu. Zakaan dirqama nama muslimaa kan qabeenyi isaa gatii Dahaba (Gold) giraama 85 gahu qabu hundaati. Bu’aan appilikeeshinii kana fayyadamuun argachuu dandeysan: - Maallaqa qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuuf - Dahaba (Ziqaya) fi Meeta (Qarshii) qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuufi - Barnoota garaa garaa kan zakaan walqabate karaa salpaatti barachuufi. Appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kan qoppeyse dhaabbata Milkii Boruu zakaan walqabatee barnoota (gaafii fi deebisaa) kan qoppeyse Sh Asaboot (Mahammad Ali).

Released
March 7, 2022

4 years on Google Play

Version
1.0.0
Updated
Mar 8, 2022
Content Rating
Everyone
Installs
5,000+
Developer
BIFLE TRANSPORTATION
Website
N/A
Email
hijraa44@gmail.com
In-app purchases
No

This app isn't currently appearing in any tracked top charts.

Rating breakdown

5
40
4
8
3
0
2
0
1
0