HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

OromNet Software and Application Development

Available on Google Play
4.0(188)
50,000+ installsFreeGAME PUZZLE

Updated Sep 16, 2025 · v3.56

CompareView on Google Play
Screenshot 1
Screenshot 2
Screenshot 3
Screenshot 4
Screenshot 5
Screenshot 6
Screenshot 7
Screenshot 8
Screenshot 9
Screenshot 10

Hiibboo is a traditional oral brain puzzle game played by Oromo people for fun

Hiibboo is equivalent to Riddle in English, almost :) Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains few Hiibboo questions in Afan Oromo language. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu. Thank you for downloading, OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Ethiopia

Released
February 4, 2015

11 years on Google Play

Version
3.56
Updated
Sep 16, 2025
Content Rating
Everyone
Installs
50,000+
Developer
OromNet Software and Application Development
Website
http://www.oromnet.com
Email
oromnetplc@gmail.com
In-app purchases
No

This app isn't currently appearing in any tracked top charts.

Rating breakdown

5
112
4
0
3
0
2
0
1
37