Updated Jan 24, 2025 · v9.0
Nashiidaalee Afaan Oromoo adda addaa
Manzuumaa/Nashiidaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama. Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii. ♪ Arjooma Keetiinii ♪ Haqiiqaa Islaamaa ♪ AhmadNuuril Hudaa ♪ Maqaan Kee ol taanaanii ♪ Nu Badhaafte Diinii ♪ Rabbi Sa'alNaaka ♪ Laa Shariika Lahuu ♪ Keyru Kalqillaahi ♪ Nutti Araarami Yaa Mootii ♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi ♪ innal Hamdalillaahi ♪ Filatamaa Taanee ♪ Ashrafal Mursaliinaa ♪ Manba'i Rahmatii ♪ Saahibil Aayaatii ♪ Astagfurullaahil Aziim Nashiidaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra.
5 years on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.