Updated Jun 1, 2026 · v8.0
Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo adda addaa
Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo’oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu. Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba. Yaa Mana Walaloo Walaleessaa Kutaa Qabuu Kessaa Gurraa Naf Ergisaa Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa
3 years on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.