Updated Feb 16, 2025 · v7.0
Barumsa Soomanaa fi Zakaa
kun Application waa'ee Ramadaanaa, Soomaa fi Zakaa bal'inaan ibsuudha. Akkasuma barnoota I'itikaafaa (Teessuma masgiidaa), Seera zakaa fixrii, Seera Barnoota iidaa fi kkf.. of keessatti hammatee jira. Rabbii nu gargaaree hojii tana nu xumursiisee galanni guddaan isaaf haa galu. Isiniis gad buufadhaa irraa faayyadamaa Hiriyoota keessaniifis raabsaa. Keyrii duniyaa Aakiraa walitti qabadhaa.
5 years on Google Play
This app isn't currently appearing in any tracked top charts.